Robsan Mako Apps

Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu 1.0.2
Robsan Mako
Nearly 120 years after the translation of bible into Afan OromobyOnesmus Nesib and the first printed Afaan Oromoo Bible onpaper,the way people reads Holy Bible changed radically. Now adays,almost everybody uses mobile devices to read the bible. Takingintoconsideration this fact, we offer this trendy Bible app foryourandroid device. Install on your android device and take it withyouwherever you go and enjoy your bible! God Bless You!OnesmoosNasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa QulqulluuAfaanOromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'eesabnikeenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatugodhe.Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuudhaanbeekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaawaadubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuudhaafmeeshaa harkatti baatamu (Mobile Device) tti fayyadamu.Kanahubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTIIOROMOOWANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHESOFEUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa QulqulluuAfaanOromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinugammachuuguddaatu nutti dhagaa'ama. Aplikeeshinii kanaan MacaafaQulqulluudubbisuutti dabalee: - Luqqisii Guyyaa - Radio WarraWangeelaa -Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo - Beeksisa Sagantaahafuuraayeroo yerootti ba'u - Baafata Luqqisii fi k.k.f Fayyadamuudhaanakka itti eebbifamtan abdii qabna. Waaqayyo isin haa Eebbisu!Rev.Dr. Tasgara Hirpo Robsan Mako Robba Muleta
Macaafa Qulqulluu 1.0.4
Robsan Mako
The Books of Old and New Testament in Afan Oromo
Kello Media 4.1.0
Robsan Mako
Kello Media Newsfeed app is an android app developed to addressnewsto users from all over the world.
Macaafa Qulqulluu 1.0.4
Robsan Mako
The Books of Old and New Testament in Afan Oromo